Guddisii
Agarsiisa argii galmee ammee ni hir'isa yookiin ni bal'isa. Xiyya sajootti aanee jiruu cuqaasi Guddissi kamshaa. banuuf
![]()
Guuddisi
![]()
Dinqisiisuu (LibreOffice Toorii keessaa fi Mul'anno Islaayidii Guddisuu)
Faaran Guddisi
Hammamtaa islaayidii ammee harka lamaan agarsiisa.
Meeshaa Faaran Guddisuu ni dandeessa goodayyaa rektaangilii moggee bal'ina barbaaddetti bal'isuun harkisi.
![]()
Faaran Guddisi
Faaran Xinneessi
Hammamtaa ammee islaayidii walakkaa isaa agarsiisa.
![]()
Faaran Xinneessi
Guddisi 100%
Islaayidii hangamtaa isaatiin agarsiisa.
![]()
Guddisi 100%
Guuddisuu Duraanii
Agarsiisa islaayidii gara qabata guddisuu duraan fayyadamteetti deebisa. DablataanisAjajaCtrl+Qoodduu(,) tuquu ni dandeessa.
![]()
Guuddisuu Duraanii
Guddisuu ittaanu
Gocha ajajaa Guddisuu Duraangaabbi. DabalataanisAjajaCtrl+Tuqaa(.).
![]()
Guddisuu ittaanu
Entire Page
Islaayidii mara argii keetirratti mul'isa.
![]()
Entire Page
Page Width
Bal'ina islaayidii guutuu mul'isa. Fiixeen islaayidii irraa fi jalaa mul'achuu dhiisu ni danda'a.
![]()
Page Width
Optimal View
Akka wantoota hundaa islaayidaa islaayidii irratti hammatu agarsiisa hangamtaa jijjiira.
![]()
Optimal View
Wanta Guddisuu
Wanta(oota)filattef akka tolu hagamtaa agarsiisaa jijjiira.
![]()
Wanta Guddisuu
Shift
Islaayidii LibreOfficefooddaa waliin sochoosa. Qaree islaayidirra kaa'i, islaayidii sochsuuf harkisi. Wayita hantuutti gadhiistu, meeshaan dhumarratti fayyadamtu ni filatama.
![]()
Shift