To'annaa fi amaloota Qaaqa
Amaloota qaaqa yookiin too`annaa filaman ifteessi. Ajaja kanatti gargaaramuuf diqama haalata saxaxa keessa ta`uu qabda.
Deetaa amaloota Qaaqa keessa saagi
Deetaa dirreewwan sarara hedduu keessa yookiin Sanduuqota makaa qaaqa amaloota saaguuf furtuu makaa kanneen armaan gadiitti gargaarami.
|
Furtoota |
Galteewwan |
|
Xiyyaa Alt+Down |
Sanduuqa makaa bani |
|
Xiyyaa Alt+Up |
Sanduuqa makaa cufi |
|
Jijjiiri+Saagi |
Cita sararaa dirreewwan sarara hedduu keessa saagi. |
|
(UpArrow) |
Gara sarara duraanii dhaqi |
|
(DownArrow) |
Gara sarara itti aanuu dhaqi |
|
Saagi |
Jijjiirraan dirree fi bakkootaa iirratti gochuun qaree gara dirree itti aanuutti ni bobaasa. |