Kusaa deetaa
Foddaa faayilii kuusaa deetaa kessaatti, Meshaalee - Gabatee Gingilchaafiladhu
Mul'annoo - Wantoota Kuusdeetaa - Gaafata
Foddaa faayilii kuusdeetaa keessatti, Gulaala - Kuusdeetaa - Amaloota- Qindaa'ina olaansii cancaala filadhu
Foddaa faayiili kuusdeetaa kessaa akaakuu ODBC yookin teessoo kitaaba, Gulaaluu - Kuusdeetaa - Akaakuu Walindhaa filadhu.
Path selection button in various Wizards / Edit Buttons for some entries in LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice - Paths
Akaakuu foddaa fayilii ODBC kessaatti, Gulaali -Kuusaa deetaa - Walindhaa fili
Akaakuu foddaa fayilii kuusaa deetaa kitaabaa teessoo - LDAP keessaatti, Gulaallii - Kuusaa deetaa - Amaalootaa fili
Akaakuu foddaa fayilii JDBC kessaatti Gulaali - Kuusaa deetaa - Walindhaa fili
Akaakuu foddaa faayilii kuussaa deetaa MySQL keessaa, Gulaali - Kuusaa deetaa - Amalootaafili
Akaakuu foddaa faayilii kuusaa deetaa dBASE keesaa, Gulaali - Kuusaa deetaa - Amalootafili
Akaakuu foddaa fayilii kuusaa deetaa dBASE keessaa, Gulaalii - kuusaa detaa - AmalootafiliKasaa
Akaakuu foddaa fayilii kuusaa deetaa barruu keessaa, Gulaali - Kuusaa deetaa - Amalootaafili
Akaakuu foddaa fayilii kuussaa deetaa MS ADO keessaa, Gulaali - Kuusaa deetaa - Amalootaafili
Foddaa faayilii kuusaa detaa keessaatti Meshaalee - SQLfili
Foddaa fayiilii kuusaa deetaa keessaa, Gaafata sajoo cuqaasi
Fooddaa fayilii kuusaa deetaa keessaa, Gabatee sajoo filii cuqaasi
Fooddaa faayilii kuusaa deetaa keessaa, sagoo gabatee cuqaasi. Saaguu - Gabatee Saxaxaa yookin Gulaala - Gulaalafiladhu
Foddaa faayilii kuusaa deeta keessaa, sajoo Gabatee cuqaasi. Saaguu - Gabatee Saxaxa yookin Gulaali - Gulaalifili
Foddaa faayilii kuusdeetaa keessaa, Saaguu - Gaafata (Mul'annoo Saxaxa)
Foodaa faayilii kuussaa deetaa keessaa, sajoo Gaaftaalee cuqaasi, kana booda Guulaalii - Guulaalii fili
Foddaa faayilii kuusa deetaa keessatti, Gaafata sajoo cuqaasii, Gulaala - Gulaalafiladhu. Dirreen wabii hammana yoo jiraachuu baate, qaaqa kana ilaali
Saxaxa gafataa banitii Saaguu - Qunnamtii Haaraa , fili yookin sararawwan walindha gabateewwan lamaan giddutti argaman irratti lama cuqaasi.
![]()
Gabateewwan Saagi
![]()
Qunnamti Haaraa
Sajoo Kuusaa Barbaadi Kabala Gabatee kuusaa deetaa fi Unkaa Saxaxa keessaa
![]()
Kuusaa Barbaadi
Sajoo TArfiiba Fo'i kabala Gabatee Deetaa fi Unkaa Saxaxarraa
![]()
Tartiba Fo'i
Foodaa faayilii kuusaa deetaa keessaa,Guulaali - Kuussaa deetaa - Amalootafili
Gabatee yookin gaafata gara kutaa gabatee foodaa faayilii kuusaa deetaa kabirootti harkisii yookin kaayi
Foodaa Faayilii kuusaa deetaa keessaa, Saagi - Unkafili
Fooddaa faayilii kuusaa deetaa keessaa, Guulaali - Kuusaa - Amalootafili
Foodaa faayilii kuusaa deetaa keessaa Meshaalee - Firoominootafili