Tarreewwan Saagi
Gabatee keessatti, tarreewwan tokko yk tokko chaalan saaga. Qaaqa (Gabatee - Saagu - Tarreewwan filachuun), kana banuun tarree tokko chaalan yk sajoo cuqaasuu kee dura, tarree tokko chaalan filachuun saaguu nidandeessa. Toftaan lamattaa, akka xabboon tarreewwan filatamaniitti, tarreewwan hojjaan saanii walfakkaatan saaga.
![]()
Tarree Saagi