Furtuuwwan Qaxxaamuraa Kuusaa Deetaa
Tarreffamni furtuuwwan qaxxaamuraa armaangadii waliin argama.
Frtuuwwan qaxxaamura waliigala LibreOfficekeessaa dabalataan fayyadami.
Furtuwwan qaxxaamuraa buu'urawwan deetaadhaaf
Gaafata saxaxa keessa
|
Furtuuwwan Qaxxaamuraa |
Bu'aawwan |
|
F6 |
Bal'inawwan gaafataa saxaxa keessa. |
|
Haqi |
Gabatee gaafata saaxaxichaa irraa haqa. |
|
Caancala |
Waliindhaa sararaa fila. |
|
Jijjiirraa+F10 |
Baafata haalqarichaa bana. |
|
F4 |
Durargii |
|
F5 |
Gaafata kaasi |
|
F7 |
Gabatee yookin gaafata ida'i |
Amaloota Too'ata Foddaa
|
Furtuuwwan Qaxxaamuraa |
Bu'aawwan |
|
DirqalaAlt+Xiyya Gadii |
Sanduuqa makaa bana. |
|
DirqalaAlt+Xiyya Olii |
Sanduuqa makaa cufa. |
|
Jijjiirraa+Galchi |
Sarara haaraa saaga. |
|
Xiyyaa Olii |
Qaree sarara duraanii keessa qubqchisa |
|
Xiyya gadee |
Qaree sarara ittiaanu keessa qubqchisa |
|
Galchi |
Ciicataa dirree keessaa xumuuruun qaree dirree ittaanu keessa kaa'a. |
|
AjajaCtrl+F6 |
Xiyyeeffannoo gara too'annoo jalqabaatti qindeessa (yoo saxaxa haalata keessa hin taane). Too'annoon duraa unka Naaneessa keessaatti jalqaba ibsamee. |
Qaxxaamura qaaqa Murteessa uumuuf
|
Furtuuwwan Qaxxaamuraa |
Bu'aawwan |
|
AjajaCtrl+PgUp |
Caancalawwan giduu utaala |
|
AjajaCtrl+PgDn |
Caancalawwan giduu utaala |
|
F6 |
Fodda gidduu utaala. |
|
Caancala |
Filannoo dirreewwaan too'annoo |
|
Jijjiirraa+Caancala |
Filannoo dirreewwaan too'annoo kallatti faalaa keessaa. |
|
AjajaCtrl+Enter |
Too'annoo filatamee saaga. |
|
Furtuu xiyyaa AjajaCtrl+arrow key |
Too'annoo filatamee ejjetoo keessaatti mm1 kallattii duraa duubatti sochoosa. Qabxii guulaali haalata keessaa,haammamtaa too'annoo filatamee jijjiiraa. |
|
AjajaCtrl+Tab |
Qabxii gulaalii haalata keessaa, garaqabanoo ittaanuutti utaalchisa. |
|
Shift+AjajaCtrl+Tab |
Qabxii gulaalii haalata keessaa,gara qabannoo duraniitti utaalchisa. |
|
Dhiisi |
Filannoo ammee gadhisa |